Maxxansa duraa bara 2023: kaayyoo ilma nama maali(what is the purpose of mankind)

Kaayyoo jechuun waan namni tokko fuuldura isaatti ta’uudhaaf karoorfatu jechuudha. Namni waa yaadu tokko waan itti karoorsu qabaachuu qaba.

Published by Jeylan Desta

I am oromo first!

Leave a comment

Design a site like this with WordPress.com
Get started